15 COMMENTS

  1. sallalee lafaa gotaa biqilchurrati dhalatani isiin afaan oromo ttin amaa farsitan malif afaan sanyin Malas dhagahun hinfarsine garuu biyyaa gotaa maf maqaa xurresitu
    isiin kessa namni Malas dalagaa isaaf surra Malas hin argine ni jirtu
    Kan guraaf ijaa qabu Sanyii oromo ta'ee namni akkas diree video irrati dhisii garii Malas golaa ofi kessattu nama oddessu hin argine hin dhagenye Umrii koo kanati
    isiin essaa fidani abbaa fiqiri fiabba hiyyessa lafa hirru gotan waa marafuu afaan kana dhisi Kan isaan dhagahanin farsa

  2. MADINAA DADDAFO
    obolewan koo maqaa gototaa
    Salalee nyataan isinu hin fariftanii
    isin garuu dinaa (xilataa ) oromo
    farisitan osoo hangaa kaan qabsawota
    oromo fi dirbee gaddaa farisitaan
    galataa qaduu amafi garuu galataa hin
    qabdaan sabamni isasi waan dinaa oromo
    farisitaanf

  3. Akka aariif, Surre isaani irraa baasani,qamisa Dirribe jara kana uffisuu dha. Dirribee immo huccuun goota itti naa uffisa maalo!!!

    Yaabo jarri kun hin barranne beeka. Mallas ta'u motummoonni darban hun uummata naanno sana barumsa dhrkataniiru. kanaaf, jarri kun hubanno hin qabani. Yaadhisnu dhiiro.

  4. Obbo gahera249,
    I like the dhiichisaa tradition as it has served to express our repression under successive colonial regimes for generations. Thus I was puzzled as I least expect Oromo from Kuyyu to extol Nazi Mallas. As you have said, not everybody is nationalistic or politically versed. Thus let us live as such and take pleasure in the Kuyyu music.

Comments are closed.